@extends('components.customer_layout') @section('customer-content')
Office Logo Office Logo

{{ $office->name }}

{{ $service->name }}
{{ Auth::guard('customer')->user()->full_name }}
@if (session('success'))
{{ session('success') }}
@endif
@csrf @if ($errors->any())
    @foreach ($errors->all() as $error)
  • {{ $error }}
  • @endforeach
@endif
Teessoo Iyyataa Fi Sadarkaa Iyyannoo


Sadarkaa Iyyannoo
{{-- Application Level --}}
Ibsa Piroojektii

Ulaagaalee simannaa gaaffii babal'ifannaa pirojeektoota guutuu qabu

  1. Poropozaala pirojeektii dhaabbata yookiin qaama seera qabeessummaa qabaachu isaa agarsiiu waliin walqabsiisee dhiheessu qaba.
  2. Kaappitaala pirojeektichaaf qophaa'e keessaa % 30 Baankiitti kuufamee jiraachuu isaa fi sochii maallaqa baankii yoo xiqqaate kan ji'a jahaa fi isaa ol kan agarsiisu.
  3. Heeyyama daldalaa koppii isaa dhihaate jiraachuu qaba.
  4. Heeyyama Invastimantii yoo qabaatan Kooppii isaa dhihaachuu qaba.
  5. Ragaa kaffaltii mindaa hojjatootaa itti kaffalame "payroll" ji'a sadii wayitaawaa walitti aanee jiru dhihaachuu qaba.
  6. Dhaabbata gurmaa'e invastimantiitti gale yoo ta'e dokumeentii hundeeffamaa fi ittiin bulmaataa koppii isaa dhiheessu qaba.
  7. Abbaa qabeenyaa biyya alaa yoo ta'e Heeyyama invastimantii haaromfame.
  8. Ragaa qabiyyee lafa invastimantii duraaf kennamee koppii isaa.
  9. Waliigaltee Invastimantii fi liizii lafaa akkasumas armaan dura laficha liiziidhaan waliigaltee kan kennameef yoo ta'e waliigaltee liizii kan dhiheessu.
  10. Hubachisa: Ulaagaalee armaan olitti tarreefaman kana yoo hin guuttannee gaaffin keessan fudhatama hin argatu!.

@endsection