Logo

Lakk.A/T/KON/BMA __________________

Guyyaa    __________________________

WARAQAA RAGAA HEEYYAMA IJAARSAA HAAROMSUU (SUPHUU)

1. Maqaa abbaa qabiyee _________________________ Lak. Kaartaa ____________________ Guyyaa kenname: ___________________ Lakk. Bilbilaa _____________________

2. Bakka ijaarsichi itti argamu: Magaalaa Adaamaa, K/Magaalaa _____________, Aanaa __________

3. Coordinate: XI: _____________ YI: _____________ Taajjabi Ijaarsichaa: ______________

4. Baay’ina filoorii: ____________ lafaa oli ______________ lafaa gadi ___________ Baasi Ijaarsaa Qar. ____________

5. Gosaa Ijaarsichaa: Haraa ________ Fooyessuu: ______________ Baab’iisaa _____________

6. Murtee heyyama ijaarsaa: Sanduuqa xiyyeeffannoo armaan gadiitiin sanadii akka ijaarsaa heyyameera:

Hojilee ijaarsaa akka haaromsaman heyyamameef

____________________________________
____________________________________
____________________________________
____________________________________
____________________________________

Ogeessa Qopheesse

Maqaa ____________________________

Guyyaa ____________________________

Ogeessa Hayyamaa Ijaarsichaa

Maqaa ____________________________

Guyyaa ____________________________

Yaadachiisa:

  1. Unki kun fuula lamaan qophaa’ee “heyyamameeraa” fi “hordoffiidhaaf” kan jedhan koppii sanadoota dizaayinii lamaa waliin abbaa ijaarsichaatiif kan kennamu yoo ta’u koppiin tokko faayilaa waliin kan walqabatu taa’a.
  2. Unki kun ogganichaan mallataa’ee chaapaa mana hojichaan mirkanaa’uu baannaan fudhatama hin qabaatu.
  3. Qabiyyee kana irratti kana dura heyyamni ijaarsaa ba’ii ta’e kanaan bakka bu’eera.