@extends('components.customer_layout') @section('customer-content')
Office Logo Office Logo

{{ $office->name }}

{{ $service->name }}
{{ Auth::guard('customer')->user()->full_name }}
@if (session('success'))
{{ session('success') }}
@endif
@csrf @if ($errors->any())
    @foreach ($errors->all() as $error)
  • {{ $error }}
  • @endforeach
@endif
Teessoo Iyyataa Fi Sadarkaa Iyyannoo


Sadarkaa Iyyannoo
{{-- Application Level --}}

    Faayiloota dirqama Upload gochuu qabamu

  1. Murtiin manneen murtii wal hiikuun mana murtii aangoo qabuun akka kenname ibsu ni dhiyaata. *
  2. Hiikkaan kun bakka bu’ummaan kan galmaa’e yoo ta’e, ragaan wal hiikuu bakka bu’ummaan dhiyaachuu qaba. *
  3. Ragaa Bakka Bu’ummaa yoo Bakka Bu’aa ta’e *

Ulaagaalee Barbaachisan


  1. Hiikni gaa’elaa mana murtii aangoo qabuun raawwatamuu isaa kan ibsu galagalchi murtee mana murtii dhiyaachuu qaba.
  2. Galmeessisaan wayita hiikka gaa’elaa galmeessisuuf dhufu waraqaa eenyummaa biyyoolessaa /jiraataa yookin bulchiinsa gandaa isa sadarkaa gadii irraa jiraataa idilee ta’uu isaa kan ibsa.
  3. Waraqaan ragaa gaa’elaa dursa gaa’ela hiikkatee kanaaf kenname kan jiru yoo ta’e deebi’uu qaba Gaa'ellii Guyyaa 30 gidduuttii raawwatee qarshii Laammii Itoophiyaa qarshii 60, kana Laammii Alaa qarshii 150, kan Guyyaa 30 darbee Galmee.
  4. Laammii Itoophiyaa qarshii 120 Kan Laammii Alaa qarshii 300 yoo baddee yoo manca'ee laammii Itoophiyaaf 200,Laammii Alaaf 400 Gaa'ellii Guyyaa 30 gidduuttii raawwatee qarshii Laammii Itoophiyaa qarshii 60, kana Laammii Alaa qarshii 150, kan Guyyaa 30 darbee Galmee.
  5. Laammii Itoophiyaa qarshii 120 Kan Laammii Alaa qarshii 300 yoo baddee yoo manca'ee laammii Itoophiyaaf 200,Laammii Alaaf 400
@endsection